c++ Program development Cycle _MataDuree 4ffaa
Afaan Dhalootaan Tekinoolojii Barachuun Dandeettii Keenya Guddisa. Video Kana keessatti C++ bu'uura irraa jalqabdanii barattu. Barumsi kuni Barattoota University Pre-Engineering, Computer Science, IT,MIS,IS,Computer Engineering,Software Engineering fi Sagantaa TVET keessa jiran hundaaf kan qophaa'edha. Mata duree 7ffaa kana keessatti akkataa Marsaa barreeffama C++ Coding (c++ Program development Cycle ) gadi fageenyaan ilaalla. Dabalataanis gaaffiiwwan deebii isaanii faana video kana keessatti hammatamaniiru. Barnoota Gulantaa itti aanu hubachuuf bu'uura cimaa ni keena! Waa’ee Technology Haaraa akka salphaatti hubachuuf Afaan dhalootaa baay'ee iddoo guddaa qaba. Walumaagalatti Namooni dandeettii programming isaanii gabbifachuu fedhanis barachuu ni danda'u!. Hiriyyoota keessaniif qooduun, subscribe gochuun Mata duree isin barbaachisu kam irratti iyyuu akkan isiniif qopheessu haamilee naaf kennaa. #basics #c++ #structure © Tadele Debisa Deressa , 2025. All rights reserved.
Download
0 formatsNo download links available.