Barnoota kana keessatti waa’ee Control Statement, if, if-else, conditional Operator and Switch statement gadi fageenyaan ilaalla. Dabalataanis gaaffiiwwan deebii isaanii faana video kana keessatti hammatamaniiru. Barnoota Gulantaa itti aanu hubachuuf bu'uura cimaa ni keena! Waa’ee Technology Haaraa akka salphaatti hubachuuf Afaan dhalootaa baay'ee iddoo guddaa qaba. Walumaagalatti Namooni dandeettii programming isaanii gabbifachuu fedhanis barachuu ni danda'u!. Hiriyyoota keessaniif qooduun, subscribe gochuun Mata duree isin barbaachisu kam irratti iyyuu akkan isiniif qopheessu yaada keessan "comment" jala tti barreessaa
© Tadele Debisa Deressa , 2025. All rights reserved.